Ittiin bohaaraamee takkammoo
#mudannoo_Mana xonqaayii 😡
#mucayyoo durbaa tokko jaalalaan irraa qabameen, "sin jaaladha💔" ittiin jennaan na didde. fala dhabnaan Mana xonqaayii naannoo keenya jiru tokkon deeme. innis wantoota akka isheen si jaalattu gochuuf si barbaachisu "rifeensa mataa ishii irraa buqqisii fidii" naan jedhe. Anis rakkina meeqaan rifeensa ishii utuu ishiin gabaa keessa deemtuu irraa buqiseen fudhee Mana xonqaayiichaatti deebi'e.
achiin booda "itti siif xonoqqoleera kana booda ofiishee fiigdee dhufti" naan jedhe. Anis gammadeen gara Mana kootti deebi'e. Amma maaltu ta'a seetan. farda naannoo keenya jiru tokkottu karaa darbaa na dhowwe😳. beqqaa baay'eema na jaallate. ergasii gaafan itti yaadu🤔, rifeensin guyyaa sana irraa buqqise, eegee fardaa [wiigii] ture😭
jedhani jedhaanidhaka 😁