Akkamitti of-gammachiisuun danda'ama?
Karaalee salphaa 10 of gammachiisuuf gargaaran Ilaala.
1. Hafuura Gadi Fagoo irra deddeebi'uun Fudhachuu.
2. Sirritti Seequu/ Kolfuu.
3. Of Dinqisiifachuu.
4. Tasgabbiin Xiinxaluu shaakaluu.
5. Namoota Jaalattan Waliin Yeroo Dabarsuu.❤
6. Ji'aan yookiin torbeetti altokko iddoo bashannanaa deemun bashannanuu.
7. Akka amantii keessanitti kadhachuu /Salaata buusuu.
8. Waan Haaraa Barachuu (Dubbisuun ykn dhageeffachuudhaan).
9. Sochii Qaamaa itti fufinsaan gochuu.
10. Namoota Kaan Gargaaruu: Ilaalcha gaarii babal’isuun akkuma isa fudhachuu wajjin wal qixa bu’aa argamsiisa.
Carraa Addaa liinkii gadii tuquun yaalaa.❤⚡️
👇👇👇👇👇
https://t.me/madda_beekumsaaa