Ana:- Barsiisaa gaafiin qaba
Barsiisaa: Itti fufi.
Ana:- Akkamitti Arba firiijii keessa galchuu dandeenyaa?
Barsiisaa:- Hin beeku 😒
Ana:- baay'ee salphaadha firijii qofa banuun arba tokko keessa kaa'a.
Barsiisaa:- tole 🙊
Ana:- Akkasumas akkamitti harree firijii keessa kaa'uu dandeenyaa?
Barsiisaa:- baay'ee salphata firijii bananii harree keessa kaa'u qofa.
Ana:- Lakki dursa harree galchuuf arba keessa baasna, sana booda harree keessa galchina.
Barsiisaa:- OK .
Ana:- Gaaffii biraan qaba🙋🏾
Barsiisaa:- Itti fufi
Ana:- Bineensonni hundi yoo ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaatan, bineensa kamtu hafee maaliif?
Barsiisaa:- Bineensi hundi leenca waan sodaataniif kan hafe hin jiru.
Ana:- Lakki harree, sababn isaa ammallee firiijii keessa wan jirtuuf.
Barsiisaa:- Uuf na maraachuuf moo muca.
Ana:- Gaaffii dhumaa.
Barsiisaa:- Tole itti fufi
Ana:- Akkamitti utuu Naachii sin xuqin bishaan guutee fi riqicha hin jirre qaxxaamurtaa?
Barsiisaa:- salphaa mitii kun bidiruu qofa fayyadama.
Ana:- Lakki bineensonni hundi ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaataa waan jiraniif, daaktnii ce'uu nii dandeesssu.
Barsiisaa:- Uff daree naa lakkisii
💥
@MALKAA_MILKIII💥
@MALKAA_MILKIII