Hubannaaf!
Ati waan feete beeki,wallaalis,qabaadhus, dhabis,duroomis,hiyyoomis, fokkisi , feetus bareedi,biyyas biti,gandas bulchi,
Dr.,professor,scientis...ta'i. Garuu namni waa'eekee kan jedhu JIRA! Kanaafuu , ofis hinjajiin ofis hin gatiin! Kana yoomuu hindagatiin!
@MULATAAKEENYA
@MULATAAKEENYA