6, irra deddeebi'ee waan ati hin qabneen si jajuu ykn ol si kaasuu baayisa yoo ta'e, sayikolojii jaalalatin si bituu yaadeeti itti yaadi. Manni ashawaa fi simmintoo qulqulluu hin taaneen ijaarame dafee jiga. Biyyoon ashawaa keessa kanaaf miicama. Namichi miicamuu qaba.
7, Waa'ee waan tokkoo irratti kan harra sitti aasa'e yeroo biraa immoo hirraanfatees haata'u bareechuuf jedhe jijjiiree yoo sitti haasa'e sobaan si burjaajessuu barbaadeeti, akeekkadhu......
Itti fufa
http://t.me/ogeetti_jaalala