3, ❤️Haadha manaa ogeetti.❤️
Haadha manaa gaari akkasumas dubartii gaaridha. Hawaasaf, firaaf alagaaf akkasumas abbaa manaa isheef gaaridha. Ogummaatin mana ishee bulchiti. Yaada hamaaf iyyuu deebi gaari waan laattuf manni ishee gabiitti jiraata.
Ogummaa ishee keessa kan ba'ee mullatu:
1, amala abbaa manaa ishee beekti. ni kabaji. Ni kabajii jechuun amalli sun gaaridha jechuu miti. Hamaas ta'uu gaari amala isaa dandeesse karaa gaari jiraachisti., amala badaa isaaf qoricha isaa beekti.
2, yeroo marii abba manaa isheef mijatu beekti. Dhiiraf yeroon hundumtu haadha manaa isaa waliin mariyachuuf isaaf hin mijatu. Yeroo baayyee dhiirri Yaada dhiyaatu tokkoof deebi nagaa kennuuf ykn marii milkaa'aa taasisuf miirri inni keessa jiru murteessadha.
Fkn
👉bakkeetti ykn biirootti nama biraa walin wal lolee ykn aare yoo gale dafee maati osaaf saganta marii hin dhiyeessu.
👉Beelaye ykn dadhabee yoo gale amma nyaate boqotutti mariif eyyemama hin ta'u.
👉Ciisichi ykn wal qunnamtin gaa'elan hin gammanne yoo ta'e mareef karaa hin laatu.
Yaaduma guddaa fi ulfaata ta'e akkasumas dhimmi sun isa ilaallatu yoo ta'e iyyuu yeroo itti hin tolle sanatti "ano hin beeku" jedha, ykn jalaa callisa. Yeroo kana immoo yoo miira isaa hubatte malee haati mana jeeqamte lola biraa kaasu dandeessi.
3,......
http://t.me/ogeetti_jaalala
Itti fufa