Gaa'elaa fi yeroo!!!!
Yeroo shamarreen tokko waggaa 24 gadi ta'e carraan heerumuu ishee % 75 ol ta'a .
Yeroo shamarreen tokko waggaa 25 hanga 29 gidduu jirtu carraan heerumuu ishee 50% ta'a.
Shamarreen waggaa 30 yommuu guuttu , carraan heerumuu ishee 25% dha .
Garuu,
Dhiirri tokko yeroo waggaa 25 gadi ta'u carraan fuudhuu isaa %25 gadi ta'a!
Dhiirri tokko waggaa 25 hanga 29 yeroo ta’u, carraan fuudhuu isaa 60% ta'a!
Dhiirri tokko yeroo waggaa 30 ol ta'u immoo carraan fuudhuu isaa %80 ta'a!
Durboonni istaatiksii kana yoom hubatu? Durboonni umurii dargaggummaa isaanii qisaasessu akka hin qabne qorannoon tokko ni ifoomsa.
Umuriin dhiiraa akka wayinii dha! Kan Dubartootaa garuu akka aannaniitti jedha qorannichi.
Yeroo ofiitti fayyadamuun gaariidha jechuudhumaaf.
Isin maal jettu?
(Likkee doctoree guddaa galatoomj)
http://t.me/ogeetti_jaalala