GAA'ILA DURA
Isa: Guyyaa kanan eegaa ture
Ishee: Si dhiisee akkan deemu ni barbaaddaa?
Isa : lakki
Ishee: Na jaallattaa?
Isa: sirriitti malee
Ishee:Narratti kan biraa ni jaallattaa?
Isa: Tasumaa jireenya koo keessatti
Ishee: Na hammattaa?
Isa: Carraan argadhe hundaan
Ishee: Na rukuttaa?
Isa: Ni maraatte moo,Akkamitti?
Ishee: Si Amanuuree?
Isa: eeeee
Ishee: Jaalallee koo🥰
Eega wal fuudhan Waggaa 5 booda...Duubarraa kaasii gara oliitti dubbisi🤣🤣
Isa: Guyyaa kanan eegaa ture
Ishee: Si dhiisee akkan deemu ni barbaaddaa?
Isa : lakki
Ishee: Na jaallattaa?
Isa: sirriitti malee
Ishee:Narratti kan biraa ni jaallattaa?
Isa: Tasumaa jireenya koo keessatti
Ishee: Na hammattaa?
Isa: Carraan argadhe hundaan
Ishee: Na rukuttaa?
Isa: Ni maraatte moo,Akkamitti?
Ishee: Si Amanuuree?
Isa: eeeee
Ishee: Jaalallee koo🥰
Eega wal fuudhan Waggaa 5 booda...Duubarraa kaasii gara oliitti dubbisi🤣🤣