Namni baayyeen wantoonni isaan akka isaanif ta'u fedhanii dalagan, akkasuma illee amalli isaan calaqqisiisan amantaa isaanii irratti hunda'a.
Taateen kun immoo kan mullisu, ilaalchi namoonni waan garaa garaaf qaban Kan maddisiifamu amantaa isaan qabaniin ta'uu isaati.Ilaalchi amantaan maddisiifamu kunis akkuma garaa garummaan amantaa hunda gidduu jiru,ilaalchis gargar ta'uu Mala jechuudha.
Fakkeenyaaf, namni amantaa kiristaanummaa hordofaa ture tokko yoo amantaa isaa gara islaamummaatti jijjiirrate,ilaalchi isaas akkasuma ni jijjjrama.Kana jechuun ammoo namni sun yeroo kiristaanummaa hordofaa ture sana wanti inni gaarii akka ta'etti ilaalaa ture, ilaalcha muslimummaa isaatiin akka gadhee ta'an,akkasumas kanneen inni akka waan gadheetti ilaalaa ture,waan garii ta'uu Mala jechuudha.