Taayilaanditti dhalatte osoo ta'ee, carraan Budiizimii hordofuu kee 92% ture,
✍️Roomeeniyaatti dhalatte osoo ta'ee, carraan Kiristaanummaa hordofuu kee 99% ture.
✍️Afgaanistaanitti dhalatte osoo ta'ee, carraan Isilaamummaa hordofuu kee 99% ture.
Amantaan namootni hordofan yeroo hundas ta'uu baatu, hundatti bifa siquun amantaa maatii fi naannoo isaan keessatti guddatan hordofaniidha. Kun qofti mataa isaatti amantaalee sanneen soba hin jechisiisu. Amantaa tokko qabiyyee isaatiin madaaluu dhiisanii, iddoo madda isaatiin madaaluun dogoggora 𝑔𝑒𝑛𝑒𝑡𝑖𝑐 𝑓𝑎𝑙𝑙𝑎𝑐𝑦 jedhamuudha. Garuu, carraan amanuu fi dhiisuu nama tokkoo harki caalu Jiyoogiraafiidhaan murtaa'uun isaa qomarra nama taa'uu hin qabuu? Akkamitti hubatta?😊