Namoonni kaayyoo namaa dinqisiifachuu qofaaf jiraatu.Dhugaa yoo ilaalle, galata namoota biroo kakaasuu kan barbaadu warra gad-aantummaan itti dhaga'amu qofa waan ta'eef,keessi isaanii baay'ee gad-aanaa fi dararamaadha.
Namni dhugaadhaan ol ta’e eenyuun iyyuu of hin madaalu. Wal bira qabuun akka hin danda'amne beeka.kana qofa osoo hin taane garuu, warri kaan isa waliin wal hin madaalle ta'uu ni beeka. Ol'aanaas ta'e gadi-aanaas miti..
Wal bira qabamee ilaalamuu cinatti dhiisi, jireenyi bareedduudha. Wal bira qabuu dhiisii sana booda jireenya guutuutti gammaduu dandeessa.Namni jireenyatti gammadu immoo wantoota dhugaa jireenya keessatti gammaduu qaban bitamuu akka hin dandeenye waan beekuuf fedhii bitachuu hin qabu.