Mee eenyu akka taate gabaabinaan nuuf himi? Ofii keef ilaalcha waliigalaa ofiif qabdu nuuf ibsi? Namoonni tokko tokko acabarbaariidha siin jedhu? Maal jetta kana?
Oshoo: "Ani daawwitiidha. Namni na ilaalu ofii isaa na keessatti arga. Gowwaan gaafa na argu fakkii nama gowwaa na keessatti arga. Kun hundi nama na ilaalu irratti hundaa'a.Hanga ani yaadutti yaada koo ibsuu hin danda'u.
Carraaqqiin koo hundi namoonni xiinxala akka baratan gargaaruudha. Xiinxaluun aartii biyyee hawaasni, amantiin fi sirni barnootaa irratti darbatan balleessuudha.
Xiinxala jechuun waan si waliin hin dhalanne hunda ofirraa baastee qulqullummaa jalqabaa ati ittiin dhalatteetti deebisuu jechuudha. Lammaffaa dhalachuu jechuudha. Erga deebitee dhalattee booda daawwitii taata.
Namootni Waaqayyoon na keessatti argan, kaan akka nama gowwoomsaa na ilaalu, kaan akka sareetti na ilaalu, kaan akka harreetti na ilaalu... kun immoo dhimma isaaniiti. Fuula isaaniitu daawwitii keessatti calaqqisa.
#Ooshoo