Yeroo tokko nama wallaalaa wayiitu ganda tokko keessa jiraata ture Yeroo kana namni Kun qabeenya sirriitti horatee nama tokko ta'e kanaaf firaafi maatiin isaa akka inni fuudhu murteessan Yeroo kana fuusisan haaluma kanaan fuudhanii wan godhan wan hin beeknef cal jedhee bira bula malee itti hin bu'u ture Yeroo kana haati warraa isaa Kun yaroo hedduuf Eegdee dhabdee seera deemte.achitttis manni seeraa qabanii yagguu qoratan maal Akka godhan Akka hin beekne itti hime achiin manni seeraa gorsan isaanis akkas jechuun "galgala yemmuu raftu handhuura ishee irraa taakkuu tokko lakkawwadhuu aks godhi jechuun gorsan jennaan galee yagguu inni lakkaawwatu takkuun isaa guddaa waan ta'ef bakka sana darbee kaambii biraa qaqqabe Yeroo kana Maal jetti seeta achimiti achi hudduudha yagguu isheen jettu ML jedha seetan
Situ Naf kennee qabaleetu Naf kennee" hin jedhu seetanii!!!!!!!
Yoo akka jettan badhaasni jiraate kan kana caalu meeqa qabannee dhufuu dandeenya
😂😂😂😂🤣😂😅😁
@kottaakolfaa
Situ Naf kennee qabaleetu Naf kennee" hin jedhu seetanii!!!!!!!
Yoo akka jettan badhaasni jiraate kan kana caalu meeqa qabannee dhufuu dandeenya
😂😂😂😂🤣😂😅😁
@kottaakolfaa