Galiin kee hammuma sammuun kee guddataa adeemuun dabalaa adeema!
Kutaa qaama keenyaa kan biraa akkuma leenjifnu, waan dansaa yaadutti sammuu haa leenjifnu. Addunyaan kun warra sammuun naaffatanii fi warra sammuun hir'uun malee warra qaama miidhamaniin tasumaa hin baddus, hin badaddus.
Join Us 👇
Goal A • Inspire • Reads24