#Jaalalli_Waaqayyoo_kan_inni_mul’ate.
========================≠========
♥️cubbamoota jaallachuudhaan, (Maat.5:44-45)
☑️Karaa fayyinaa biyya lafaatiif qopheessuun (Yoh.3:16)
🛐Ilma isaa tokkicha du’atti dabarsee kennuun (Ibr.12:6)
Titoos 3:5-6 Waaqayyo hojii nuyi qajeelummaadhaan hojjenneef utuu hin ta'in, akka araara isaatiitti dhiqannaa lammaffaa dhalachuutiin, haaressuu Hafuura Qulqulluutiinis nu fayyise. 6Hafuurichis isa inni karaa Yasuus Kristos fayyisaa keenyaa arjummaadhaan nu irratti dhangalaasee dha.
✝️Waaqayyos amala isaa kana akka irraa barruu fi jireenya keenya har’aa borii keessatti shaakalaa adeemnu barbaada. (1Yoh.4:7-8). Nama jaalalatti jiraatutu Waaqayyottis jiraata. Jaalalaan seera Waaqayyoo raawwanna waan ta’eef.