Nama jalaa dhokachuu dandeenya, dhukkubbii keenya jalaa dhokachuu dandeenya garuu ofii keenyaa fi waan nutti dhagahamu jalaa dhokachuu hin dandeenyu.
Sababni, gidiraa fi kophummaa guddaan miira keenya ukkaamsuu, dhoksuu yookiin baqachuu filachuudha. Namoonni jaalala hin sodaatan, miidhamuu sodaatu.
Garuu akka jaallannu taasifamne: namni hundi jaallatamuu barbaada. Hanga miira jaalalaa namootaaf qabnutti immoo lubbuun jirra .✨
💌 Hariiroo jaalalaa ❤
💌 Miira Jaalalaa ❤
👍 ❤ 🗨️ ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆 𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆