🌹Lubbuukoo ❣️
Yeroo rafuuf jedhu dukkana keessatti sin arga. Yeroon rafe abjuu kootiinis suman arga. Yeroon hirriibarraa dammaqu hunda dursa situ ija koo dura dhufa. Achii kaasee guyyaa guutuu suman yaadaa oola.
Kanaafuu Tiruukoo siyaadeera.
‹‹‹🌹I miss you 🌹›››››››››
@hariiroo_jaalalaa
@miira_jaalalaa ❤️