Gosa π§πΊππππππ - π§πΊrπππππ ππΊπππππΊπΊ π¦πππΊ π²πΊπ½πππ ππ
πΊπΊπ
ππ π£πΊππ½πΎπΎπππΊ
Jireenya kee keessatti namoota ππΊππππππ gosa sadii ππΊπ»πΊπππ jiru. (THE 3 TYPES OF PEOPLE π±πΎπ πΊππππππππ IN YOUR LIFE!)
β. π§πΊππππππ namootaa akka baala πΏ (πππ ππππ ππππππππππππ ππππππ!)
β. π§πΊππππππ namootaa akka dameeπ΅(πππ ππππππ ππππππππππππ ππππππ!)
β. π§πΊππππππ namootaa akka hiddaa! (πππ ππππ ππππππππππππ ππππππ)
Hariiroo Namootaa akka baalaa: πΆarri πun namoota yeroo tokkoof qofa jireenya kee keessa dhufaniidha. Isaan irratti hirkachuu hin dandeessu; sababni isaas isaan hariiroo dadhabaa waan qabaniif, waan barbaadan qofa fudhachuuf gara kee dhufu, garuu yoo qilleensi dhufu ni deemu. Namoota kana irraa of eeggachuu qabda! Sababiin isaas yeroo itti tole si jaallatu. Garuu yeroo qilleensi dhufu si dhiisanii deemu.
Hariiroo Namootaa akka Damee: Isaan kunΒ cimoodha garuu, isaan irrattis of eeggannoo gochuu qabda. Jireenyi yeroo cimaa ta'u ulfaatina baay'ee dandamachuu hin danda'an. Sirraa adda ba'u! Yeroo tokko tokko si bira turuu danda'u garuu yeroo haalli itti ulfaatu ni deemu.
Hariiroo Namootaa akka Hiddaa: Namoonni kun waan mul'atu waan hin hojjenneef baay'ee barbaachisoodha. Deeggarsa yeroo rakkisaa keessa ittiin darbitu bishaan si obaasu. Raafamuu keetiin hin socho'an akkasitti si jaallatu. Ati jaallattes dhiistesΒ ofumaan si jaallatu. Garuu of hin agarsiisan! Jireenya keessatti namoota ati qunnamtu yookiin waliin hariiroo qabdu hundi si dhiisanii deemu; gosa hariiroo namootaa hiddaa qofatu si biratti hafa. Isaan jabeessi!
Hariiroo Jaalalaa β€οΈ