Burqaa Faarfannaa dan repost
"Uleen dabaa nu dirmammeessee dirra halelee
Bor akka har'aa miti otoo jennu nurra bubbulee
Lolaan gaddaa ol nurra yaa'e cabsate bo'oo
Dhalootni kuni haara hin galfanne nuuf tahi Da'oo!!"🙏
DAWIT MORKA: DA'OO!
👉 @farfannaahaaraa ☑️