Getu A. Oneta✟
Dhaloota Qaroo dan repost
✍️Adunyaan kun fayyaa kudhan dhiistetu maraataa tokko dhageeffatti/dhageessi.
Jireenyi "xumurame." yeroo jedhan jalqabama.
Mul'atni alaa keessatti utuu hin taane keessaa alatti mul'ata.
@YaadaDhalootaa
Jireenyi "xumurame." yeroo jedhan jalqabama.
Mul'atni alaa keessatti utuu hin taane keessaa alatti mul'ata.
@YaadaDhalootaa