π· π΄ π§ πͺ π· π¦ . π βοΈ
God's Word Presence! [GWP-MEDIA]πΊ dan repost
βͺοΈ Bor Waldaa Deemuu Hin Dagatiinaa! Yommuu Deemtan immo #Macaafa_Qulqulluu π fi #Yaadannoo π Qabachuu Akkasumas #Uffannaa_Bareeda_Kiristiyaanummaa Madaalu Uffachuu π΄π Hin Dagatiinaa! Eebbifamaa π₯°π₯°
π1Pheexroos 2:2
Halkan Gaarii!!
πGWP MEDIA
π1Pheexroos 2:2
2 Akka mucooliin reefuu dhalatan aannan barbaadanitti, isinis fayyinaaf ittiin guddachuudhaaf yeroo hundumaa dubbii hafuuraa isa haxxummaan keessa hin jirre akka aannanii sana dharra'aa!
Halkan Gaarii!!
πGWP MEDIA