Burqaa Faarfannaa dan repost
Jaalalli,
√kennaa qaaliifi Gati jabeessa tahee, garuu, tola nama hundumaaf Kan kennamedha!
√furtuun waantota addunyaa kanarraa Marti jaalala keessa jira!
√rakkinnii Fi challenge wwaan,
Hundumtuu jaalalaaf abboomamu,
Lollii Fi waraanni martuu jaalalaan mo'atamu!
Kaanaafuu jaalalli mo'ataadha!
Yeroo Jaalalaa qabaadha😘
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️