🇷 🇴 🇧 🇪 🇷 🇦 . 𝗠 ✝️
God's Word Presence! [GWP-MEDIA]📺 dan repost
Garaa Waaqayyoon barbaaddatu namni qabu:-
⭐️ Kufaatii Keessa Yoo Jiraate Kufaatii isaa irra baratee ka'a.
⭐️ Dadhabbii Biyya Lafaan Yoo Mudhukes deebi'ee in jabaata.
⭐️ Dhaabbate jiras yoo ta'e bu'uura dhabbii isaa cimsata.
Faarfannaa 69:17
17 Fuula kee garbicha kee duraa hin dhoksin; ani rakkina keessa waanan jiruuf, ariifadhuu deebii anaaf kenni!
🔴JOIN US ON ||🔔GWP-Media || Sagalichi Jireenyadha!