Gaa'ela ๐ฉโก๐ช Marriage dan repost
JAALALA ๐น
๐น Jaalalli danda'aadha; humna qabeeyyii jilbeenfachiisa.
๐น Jaalalli humna qabeessa; oftuultota garraamii taasisa.
๐น Jaalalli ogeessadha; ija jibbaan kan dhokfame ibsa.
๐น Jaalalli obsaadha; ariifataa tasgabbeessa.
๐น Jaalalli obsaadha; kan miidhame jajjabeessa.
๐น Jaalalli ogeessadha; kan arrabse fayyisa.
๐น Jaalalli gorsaadha; gara jabeeyyii ifata.
๐น Jaalalli gara laafessa; kan gane deebisee jaalata.
๐น Jaalalli fayyummaadha; sammuuf nagaa laata.
๐น Jaalalli garraamidha; warra miidhan deebisee hin miidhu.
๐น Jaalalli gugeedha; haaloo hin qabatu.
๐น Jaalalli gaaridha; hin inaafu.
๐น Jaalalli tasgabbaa'adha; dafee hin dheekkamu.
๐น Jaalalli gara bal'eessa; irra daddarbaa hin lakkaa'u.