🇷 🇴 🇧 🇪 🇷 🇦 . 𝗠 ✝️
God's Word Presence! [GWP-MEDIA]📺 dan repost
Tiitoos 2:11-13
11 Waaqayyo ayyaana isaa isa nama hundumaaf fayyina kennu mul'iseera.
12 Ayyaanni Waaqayyoo kunis, nuyi Waaqayyo malee jiraachuu, kajeellaa biyya lafaa isa hamaas gannee, bara kana keessa of qabuutti, qajeelinatti, namoota Waaqayyoo taanee akka jiraannuuf gorsee, gara gaariitti nu deebisa.
13 Achumaanis abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.
⭐️ Guyyaa Boqonnaa Gaarii||Isin Jaallanna 🥰
🔴JOIN US ON ||🔔GWP-Media || Sagalichi Jireenyadha!