KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆 dan repost
#Kaayyoodhugaa1
Bayyeema na dhibe
1. Bilbila qabdu mitii?
2. Telegram banattanii qabdu?
4. Kana dubbisuun yeroo kees gubaa jirta?
5. Lakkoofsi 3 akka hin jirree hin hubannee, Gosh😳
7. Deebitee check gootee/ilaalte.😏
8. Ammas Gowwomteetta Lakk 6 hin jiruu.🤓
9. Ofitti kolfite🤣
10. Lakk 4 akka hin jirre in yaadannee😁
11. Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte.😋
12. Ammas Gowwomteetta ati nagaa miti jechuudha. 😒
Ilaa jireenyi akkasitti namatti taphatti; as gaafa jettu achi, achi gaafa jettu as jirti. Akkamittin akkas taane abba Iddoosa?🤯
Join for more
#Kaayyoodhugaa1