Success need ๐ง a process ๐
KAAYYOO DHUGAA โข ๐ dan repost
#KITAABA MIRATUU SHAANQOO GIDDII(Gar.Piroofeeseraa)๐๐๐๐๐๐
#Kitaabni Kun #Geggeessitoota #10fDawwaa dha.
=============================
1.Geggeessitoota dubbii malee hojii hin dandeenyeef.
2.Geggeessitoota Afaan isaanii soba malee dhugaa hin dubbanneef.
3.Geggeessitoota suufii malee safuu hin qabneef.
4.Geggeessitoota cooma malee cimina hin qabneef.
5.Geggeessitoota dhaquu malee galuu hin beekneef.
6.Geggeessitoota mulโachuu malee mulโata hin qabneef.
7.Geggeessitoota nyaachuu malee yaaduu hin dandeenyef.
8.Geggeesitoota maree malee mala hin beekneef.
9.Geggeessitoota fakkeessuu malee fakkeenya hin taaneef.
10.Geggeesitoota qabeenya Biyyaa Saamuu malee Qabeenya Sammuu hin qabneef.
#Walumaagalatti Geggeessitoota dhibee kanaa fi kana fakkaatuun dhibamanii Ummataa hiyyomsanif #Dawaa fi #yaadannoo haa ta'uu jedheen barreesse jedhan (Gar.piroofeesaraa #Miratuu shaanqonโo)
@Kaayyoodhugaa1
@Kaayyoodhugaa1