Nagaa fi araarrii Waaqayyoo hunduma keessanif haa baay'aatu Jaallatamtootaa fi kabajamtoota obbolootakoo hafuuraa.
Akkam jirtuu fayyaa keesaanii?
Gooftaan haa ulfaatu Ani nagaa dhaa.
Sinillee nagaa guutuu akka qabdan Abdii guutu qaba. Madda nagaa keenyaa kan ta'e Yesuus haa ulfaatu...!
Kanatti aansuun Barnoota keenyaa Mata duree FAARFANNAA jedhu Wal wajjiin itti fufna obsaan duukaa bu'aa ykn hordofaa.
Waaqayyoo ayyaana Isaa nuuf haa baay'isuu. Ameeeeeen!
FAARFANNAA.
Faarfannaan maalii?
👉Faarfannaan Gosa Artii Keessaa isa tokko dha. Hojii Artii waan of keessaa qabuufis nama hundumaa biratti jaallatama. Haala gaariin qinda'ee yoo hojjetame guddaa fi xinnaa biratti fudhatama argata. Faarfannaan qaama garaagara irraa ijaramaa. Isaanis ofiidhuma iassniyyuu hojii Artiiti. Akka fakkeenyatti Jechootni nuyi faarfannaa keessatti fayyadamnu jechoota ogummaa, jechoota hiika dacha qaban, jechoota kalaqaman jechoota onnee hawaasaa irra jiran garuu kan hawaasni sun gadi baasee dubbachuu hin dandeenye, jechoota hubannoo addaa uuman, jechoota nama barsiisaan, fi kkf ta’uutu irra jira. Egaa kana gochuuf kennaa Artii kana qabaachuu gaafata. Kana jechuun dandeettii waa yaaduutiin sadarkaa tokko audience isaa irraa achi kan hiiqe jechuu dha. Inni biraan kan nama gammachiisu, kan nama bashannansiisu, kan nama dadammaqsu, kan nama jajjabeessu, kan hurrii nama irraa kaasu ykn kan beekumsa qoodu fi kkf ta’uutu irra jira. Kana qofaallee miti kan akkaa muuziqaa, Walaloo, Yeedaloo... Inni guddaan immoo kennaa Isaa ykn dibati qabaachuu dha. .dhimma Walaloo, Yeedaloo, muuziqaa, Mata duree gara fuula duratti barannu keessatti ni ilaalla.
✔️ gabaaba dhumatti faarfannaan hojii Artiiti.
Sagalee Waaqayyoo kana haa dubbifannu.
(Macaafa Faarfannaa 150 )
------------
1 Waaqayyoon jajadhaa! Iddoo isaa isa qulqullaa'aa keessatti Waaqayyoon jajadhaa! Bantii waaqaa isa humna-qabeessa keessatti isa jajadhaa!
2 Gocha isaa isa aango-qabeessaaf isa jajadhaa; akka guutummaa guddina isaatti isa jajadhaa!
3 Sagalee fiinootiin isa jajadhaa; kiraaraa fi maseenqoodhaan isa jajadhaa!
4 Dibbeedhaa fi sirbaan isa jajadhaa; mi'a ribuu qabuun, ululleedhaanis isa jajadhaa!
5 Sibiila walitti rukutamee sagalee ol kaasuun, isa jajadhaa! sibiila walitti rukutamee sagalee guddaa dhageessisuun, isa jajadhaa!
6 Wanti hafuura baafatu hundinuu Waaqayyoon haa jajatu! Waaqayyoon jajadhaa!
Waaqayyoo baraa fi jireenya keessan haa eebbisu eebbifamaa! ❤️❤️❤️
Baranoota Macaafa Qulqulluu gaddi fageenyan barachuu yoo barbdaan 👇👇 link
@Singer_Megertu_Official
@Megertu_Dhugasaa
@Kakuu_Studio
@Singer_Megertu_Official
kutaan 2ffaa itti fufa...!