Madda beekumsaa


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Telegram


🌹🌹YOO NAMA TAATE FEDHII KEETIIF OSOO HIN TAANE KAAYYOO KEETIIF DURSA KENNI.🌹🌹
✍️asirraa kanneen argattu
👉Jechoota hayyootaa
👉Gorsa mimmiidhagoo
👉Seenaafi K.K.F.Argattu.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Telegram
Statistics
Posts filter




Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.


HUMNA JABAA:
Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!

╔══════════════════╗
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
╚══════════════════╝


Hiriyaan imimmaan kee hubatu hiriyyoota baay'ee kolfa kee qofa beekan irra gatii guddaa qaba.

╔══════════════════╗
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
╚══════════════════╝


Biyya lafaa kana keessatti
namoonni miidhama jiratan
gosa afurtu jira!

❶ Namoota namaaf yaadan
❷ Namoota garaa namaaf
      laafan
❸ Namoota nama Amanan
❹ Namoota nama jaallatan

╔══════════════════╗
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
📚JOIN: @madda_beekumsaaa
╚══════════════════╝


Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ!

✓ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!

✓ Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.

✓ Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.

✓ Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.

✓ Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.

✓ Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.

Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!

╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝


😉Dubartii si Jaalatte Mallattoolee Isheen Argisiiftu:-
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❤️ Waa'ee kee baay'ee yaaddofti.
❤️ Miira hinaaffatu irraa calaqqisa.
❤️ Jireenya dhuunfaa kee keessa galuu barbaaddi.
❤️ Yeroo ishii siif laatti.
❤️ Sirraa fagaachuu ni jibbiti.
❤️ Hariiroo keessan guddisaa deemti.
❤️ Si hoogganuu barbaaddi.
❤️ Waa'ee kee odeessiti.
❤️ Si kofalchiisuf ni dhamaati.
❤️ Waa'ee kee ni yayyaadatti.
❤️ Si ajaa'ibsiisuf ni yaalti.
❤️ Injifannoo kee ni kabajji.
❤️ Maatii ishiitin wal si barsiisti.

╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝


👨‍🏫 #Barsiisaa:- "Mata dureen Keenya har'aa malaammaltummaadha."

👦 #Barataa:- "Tolee barsiisaa!".

👨‍🏫 #Barsiisaa:- "Tolee malaammaltummaan maali?"
.
.
👦 #Barataa::- "mata duree keenya Har'aati!''☹️🤷

#School_Life😂

╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝


SEENAA AJAA'IBAA KANA DUBBISAA!
==============================

➨Namticha tokkotu fardaan osoo deemuu namticha miilla lamaanuu hin qabne tokkotti dhufe. Namtichi miilla hin qabne sunis tabba ba'uu dadhabee foqoqaa ture. Abbaa fardaa argeetu, " Maaloo na bira hin darbin. Akkuma argitu kana miilli koo lachuu citaadha deemuu hin danda'u." Jedhaan. Abbaan fardaas hedduu gaddeef. Namticha miilla hin qabne kanas baatee fardarratti uddeellateetu imala eegale.
.
➨Erga takka deemanii booda, namtichi miilli citaa sunis abbaa fardaatiin akkas jedheen..., " Milli koo citaa waan ta'eef lama taanee farda kanarra taa'uun natti toluu dide. Ati miillikee fayyaa waan ta'eef xiqqoo lafa deemi; animmoo takkan kophaakoo yaabbadhaatii jedheen."
➨Abbaan fardaas duraanuu waan akka malee gaddeefii jiruuf, tole jedhee bu'ee lafa deemuu eegale. Namtichi miilla citaa sunis takka erga fardaan kophaasaa deemee booda. Gulufuu eegale. Abbaan fardaa dhaabi jedhus didee gulufee fagaatee deeme.
.
➨Abbaan fardaa sunis namtichi miilla citaa sun fardasaa fudhatee akka badaa jiru waan hubateef sagalee ol fuudhee akkas jedheen, " Farda kanallee fudhachuu fudhadhu. Waan narratti raawwatte kana garuu namatti hin himiin adaraa kee. Addunyaa kanarraa namni nama gargaaru nii dhabamaatii." Jedheen jedhama.
➨Waan gaarii hojedheen ofitti gammadee
Jiraadha gaafa jettu !
hojii rabbitti toluuf garraamummaa rabbi jaallatu hojedheen darba gaafa jettu !
Harka damma hiixatteen daaraa hammaarrattee gaafa galtuu!
Obsa akkamii naaf kenni jettanii Rabbiin kadhattu!

➨UTUU ISIN TA'EE MAAL GOOTU?

👉 GALATOOMA

╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝


Baratonni kutaa 9-12 jirtan Channel Brain wave keessaa wantota armaan gadij argachuu dandeessu;
1. Worksheet mana barumsaa garagaraa kutaa 9-12
2. Entrance exam question or entrance exam workbook
3. Note kutaa 9- 12
4. Video entrance exam wajjin walqabatan argachuu dandeessu. Kanaaf karaa link kana https://t.me/brainwave2421 join gochuu dandeessu.
NB. Gaaffi isinitti cimee dhiyyessun akka isinif hojetamu gochuu dandeessu!


✅ WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!

1. Karoora kee.

2. Dadhabina kee.

3. Kufaatii kee.

4. Iccitii kee.

5. Sochii kee kan fuul-duraa.

6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
Kan galeef❤️👍👏😍😊🔥

#join and #SHARE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Akkam Bultan 👋
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⩩ Namoonni hedduun gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. (Thomas Takias)

⩩ Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i! (Jecha warra Ingilizii)

⩩ Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama. (Wiiliyaam Sheekispir)

⩩ Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)

⩩ Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu. (William Shekispir)


Seenaa Jireenya keetii yeroo barreeffattu si malee namni biraa Akka qalama si harkaa hin fuune of eeggadhu!.🖤🥀


Namoota duraan jiraatanii darban keessaa nama jireenya isaa ajaa'ibsiifattu tokko yeroo yerootti yaaduudhaan jireenya kee irratti hojjedhu!


Machoofnee Re'ee bitanne galle qalannee nyaanne, ganama yeroo hirribaa kaanu Re'een ni dhaabbatti Sareen keenya garuu hin jirtu 🙃😁

@free_time7




Hiikni jaalalaa maal akka fakkatu yoo Ibsu ogeessichi kunooti
Gaadidduun kee hamma ifi aduu jiru qofaatti si waliin tura gaafa dukkanni dhufuu gaadidduun kee arguu hin dandeesuu. Jaalalli sobaas akkasuma hamma haalli mijataaf ifi jiru qofaatti si waliin turee gaafa rakkoo qofummaatti si dhiisee deema.

Jaalalli dhugaan jalqaba malee xumura hin qabu. jaalalli hamma wal bira jiran qofaatti utuu hin taane kan waa'ee ishee/isaa dagaachu dandeessu ofi keetis gaafa duuteedha.


Forward from: Kaayyoo Dhugaa ❤️
Yoo Abdii qabaatte
Dukkana ilaaltee
Ifa Argita!💥


Oromoon gama technology'tiinis of jabeessuu qaba!

✨ Our life is smart with technology 👌

Join 👉 @orotechtipsott


Jabaadhuu Hojjedhu, Hiyyeessa Gaafa Taatu Nagaan Ati Nama Gaafattu illeen Kadhaa Fakkaata Waan Ta'eef.

20 last posts shown.