Guyyaa kaleessaa hiriira nagaa ummati ba’uun erga miidiyaaleen gabaasanii booda Jawaar muhammad “
” Jechuun fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti maxxanse.
Mootummaan gama isaatiin “
” Jechuun ibsa ejjennoo KANA baase.
Kanas ta’u sana ummati nagaa barbaada. Dararaafi miidhaa saba keenya irra ga’aa jiru dacheen Oromiyaa dhiigi sabaa irratti lola’aa jiru ragaa haa taatu.
Safuu saba keenyaafi nagaaf jecha dararaafi miidhaa saba keenya irra ga’aa jiru, viidiyoo daran nama suukanneessu ka hawaasni nuuf ergu garaa garaa maxxansuu irraa yeroo hedduu of qusachaa jirra. Sabni dhimma garee osoo hin taane nagaa barbaada.
Dacheen Oromiyaa dhiiga ilmaanshee irratti dhangala'aa jiruuf waywaataa jirti.
Rabbi nagaa nuuf haa buusu!
Du'a Sabaa dachee isaa irratti dhaga'uu kana booda hafeera nuun haa jedhu!
Namni qananii keessa jiru wanta namni biraan rakkachaa jiru hin se'u!
Sabni keenya nagaa barbaada!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Ifa gochuuf: Waamicha marii araaraa marsaa 3ffaa jarri WBO fudhateera. Kan dide mootummaadha.
Diplomaatotaan “ mariin marsaa biraa hin barbaachisu. Finciltoota irra jireessa barbadeessineerra. Kan hafan ammoo harka kennuuf nu dubbisaa jiru” jedhaniin.
Fakkeessuun nagaya buusuun hin danda’amu. Mootummaan gama tokkoon marii araaraa marsaa 3ffaaf waywaannaa biyyoota dubbii harkaa qabaniin dhihaataa jiru didaa, gama biraan ummata miskiina adutti baasanii waywaachisuun sirrii miti. Nagaa buusuuf onnerraa fedhii qabaannaan waltajjii mariitti deebi’uun ala falli hin jiru.
” Jechuun fuula miidiyaa hawaasummaa isaa irratti maxxanse.
Mootummaan gama isaatiin “
Waamicha Ummataatti Qoosuun Itti Gaafatamummaa Seenaa Hordofsiisa!