Doonaald Tiraamp Kaanaadaan Ameerikaa jala akka galtu gaafatan.
Kaanaadaan erga Doonaald Tiraamp filannoo pirezidaantummaa Ameerikaa injifatee booda tasgabbii siyaasaa dhabdeetti.
Tajaajila fi jireenya fooyya'aa lammiilee isheef kennuudhaan kan beekamtu Kaanaadaan ollaa Ameerikaati .
Biyyattiin oomisha ishee dhibbeentaa 75 biyya ollaa ishee Ameerikaatti kan ergitu yoo ta’u, lammiileen ishee miliyoona lama daldala kana irratti hirkatu.
Pireezidaantiin filataman Doonaald Tiraamp Kanaadaa fi Meksikoo irratti gibira akka dabalu doorsisuun, Ameerikaatti oomisha baay’ee ergaa garuu, kaffaltii xiqqaa kaffalaa jirtu jedhaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡