Kooriyaa Kibbaatti Xiyyaarri Kufee caccabuun lubbuu namoota 85 galaafate
Kooriyaa Kibbaatti Xiyyaarri namoota 181 fe'ee imalaa ture Kufee caccabuun lubbuu namoota 85 galaafachuu gabaafame.
Xiyyaarri Taayilaand Baankuukii imaltoota 175 fi hojjettoota 6 fe'ee Kooriyaa Kibbaa Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Muu'anitti waayita qubachuuf yaalu kufuun caccabuu ibsameera.
Balichaan hanga ammaatti lubbuun namoota 85 darbuu Ejansiin Balaa Tasaa fi Ibiddaa biyyattii beeksiseera.
Hojiin lubbuu baraaruu hojjetamaa jiraachuu BBC fi APn gabaasaniiru
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡