Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajii "leenjii milishaa dirqamaa" akka fudhatan ajajaman
Naannoo #Oromiyaa magaala #Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa "dirqamaan akka leenji’an" ajajni darbuu konkolaachiftoonni dubbatan
Akkaataa qajeelfama kanaatiin, konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa hundi ganama sa’aatii 12:30 hanga 3:00 tti leenjii akka fudhatan ajajamaniiru. Qajeelfamni kuni tajaajila geejjibaarratti dhiibbaa uumeera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡