Ameerikaa walakkaa magaalaa Washingitanitti xiyyaarri tokkoo fi helikooptarri waraanaa qilleensarratti walitti bu'uun lameenuu laga "Potomac" jedhamutti kufuun isaani dhagahame.
Bulchiinsi Aviyeeshinii Federaalaa (FAA) Xiyyaara imaltootaa sana keessa namoonni 60 ta'an akka turanii fi helikooptarri waraanaa ammoo namoota sadi fe'ee akka ture ibse.
Xiyyaarri namoota 60 feete sun bakka lamatti baate, kan waraanaa sunis kufeera.
Amma lameenuu laga keessa wal cinaa jiru.
Lakkoofsi namoota du'anii hanga ammaa hin ibsamne.
Dhimma kanarratti odeeffannoo jiran hordofnee isin biraan geenya.
Maddi oddeeffannoo # BBC Afaan Oromooti
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡