Daa’ima bifa suukanneessaan gudeedamtee ajjeefamtee fannifamte.
Simboo Birhaanu jedhamti. Umriin ishii 10. Daa’imti kun haala suukanneessaan erga gudeedamtee booda ajjeefamte.
Godina Shawaa Lixaa aanaa meettaa walqixxee magaalaa walqixxeetti gochi baay'ee sukkaneessaan raawwatameera. Simboo Birhaanuu Baqqalaa umrii waggaa 10 ti. Erga gudeedamtee booda haala suukanneessaan fannifamtee kan argamte yommuu ta’u haga yoonaa qaamonni yakka kana raawwatan seeratti hin dhihaatin jiru.
Biyyattii keessatti yakkoonni suukanneessoon akka kanaa irra deddeebiin mudachaa jira. Yeroo ammaa kanattis haalli kun yaaddoo guddaa uumee jira.
Miidiyaan @Abdii_Sabaa haala sukanneessaan ajjeefamuu kichuu Simboo Birhaanuu Baqqalaaf gadda guddaa itti dhaga’ame ibsaa, haqummaan ishee akka ba’uuf hawwa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡