Soomni eegaleera!
Soomni guddichi mana amantaa Ortoodoksii eegaluu sababeeffachuun ergaan baga geessanii darbeera.
Abunee Maatiyaas “Soomni kan cubbuu itti injifannu ta’uu qaba” jedhaniiru.
Paatiriiyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Sooma Guddaa Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ummata Itiyoophiyaa maraan baga Sooma Guddaan isin gahe jedhaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡