Ministirri muummee Abiy Ahmad Prof Kindayyaa Gabrahiwot deetaa ministiraa, ministeera barnootaa gochuun muudan.
prof . Kindayyaan muudama kana dura bulchiinsa yeroo Tigraay keessatti Itti gaafatamaa waajjira Traansfoormeeshinii misooma hawaasummaa mootummaa naannoo Tigraay turan.
Har’a Ministir deetaa gorsaa Ministeera barnootaa ta’uun ministira muummee Abiyyi Ahmadiin muudamuu miidiyaaleen mootummaa gabaasan.
Prof. Kindayyaan waraana Tigraay dura Preezdaantii Yunivarsiitii Maqalee turan.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡