TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
ABDII SABAA UNIVERSITY

3 Oct, 22:10

Open in Telegram Share Report

#JimmaUniversity

Yuunivarsiitiin Jimmaa bara barnootaa 2019'tti barattoota waggaa 1ffaa (Freshman) gara moorichaatti ramadaman Onkololeessa 04 fi 05/2019 galmaa'uu akka qaban beeksiseera.

πŸ“ Bakka galmee

Barattoota Saayinsii Uumamaa: Inistiitiyuutii Teeknooloojii keessatti.

Barattoota Saayinsii Hawaasaa: Koolleejjii Qonnaa fi Koolleejjii Meedikaalaa Beeyladaa keessatti.

πŸ’₯ Hulaagaa galmeef barbaachisu

~ Ragaa barnoota kutaa 12ffaa original fi koppii
~ Transcript kutaa 12ffaa original fi koppii
~ Suuraa paaspoortii 4
~ Uffata siree fi uffata ispoortii

Barattoota Sagantaa Remedial gara Yuunivarsiitii Jimmaatti ramadaman ilaalchisee, yeroo galmee isaanii beeksisa biraatiin gara fuulduraatti kan ibsamu ta’uu beeksifameera.

πŸ“… Fulbaana 23, 2019 E.C.

Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University hordofaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐
🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐
🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐

10.1k 0 27 113
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
АкадСмия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Π‘ΠΏΡ€Π°Π²ΠΎΡ‡Π½Ρ‹ΠΉ Ρ†Π΅Π½Ρ‚Ρ€ Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot