#Beeksisa
Dhaabbanni Madaallii fi Qormaataa Tajaajiloota Barnootaa kennuuf kaffaltii raawwatamu fooyyessuuf Dambiin Haaraan Mana Maree Ministirootaa ba’e akka armaan gadiitti dhiyaata.
🎓 Kaffaltii Qormaata Bahiinsa Kutaa 12ffaa
~ Lammiilee Itoophiyaa: 950 Birrii
~ Birrii galmee 350
~ Hafan immoo kaffaltii qormaataa, gosa barnootaatiin
~ Lammiilee biyya alaa: 100 Doolaara
🎓 Kaffaltii Qormaata Bahiinsa Yuunivarsiitii (Exit Exam)
~ Lammiilee Itoophiyaa: 2,000 Birrii
~ 500 Birrii galmee
~ 1,500 Birrii kaffaltii qormaataa
~ Lammiilee biyya alaa: Doolaara 100
🎓 Kaffaltii Qormaata Seensa Barnoota Digrii Lammaffaa (NGAT)
~ Lammiilee Itoophiyaa: 3,500 Birrii
~ Birrii galmee 500
~ 3,000 Birrii kaffaltii qormaataa
~ Lammiilee biyya alaa: 100 Doolaara
🎓 Kaffaltii Madaallii Hayyamaafi Dandeettii Ogummaa
~ Lammiilee Itoophiyaa: 3,500 Birrii
~ 1,000 Birrii galmee
~ 2,500 Birrii kaffaltii qormaataa
~ Lammiilee biyya alaa: 150 Doolaara
Dambichi tajaajiloota biroo dhaabbatichi kennuuf kaffaltiiwwan adda addaas kaa’eera.
📄 Tajaajiloota Biroo
👉 Waraqaa ragaa barnootaa bakka bu’u (Replacement Certificate) argachuuf:
~ Lammiilee Itoophiyaa: 600 Birrii
~ Lammiilee biyya alaa: 115 Doolaara
👉 Replacement Certificate fi tajaajila mirkaneessaa argachuuf:
~ Lammiilee Itoophiyaa: 900 Birrii
~ Lammiilee biyya alaa: 170 Doolaara
👉 Maqaa irratti dogoggora qubee sirreessuuf:
~ Lammiilee Itoophiyaa: 700 Birrii
~ Lammiilee biyya alaa: 130 Doolaara
👉 Ragaa barnootaa mirkaneessuuf:
~ Lammiilee Itoophiyaa: 400 Birrii
~ Lammiilee biyya alaa: 75 Doolaara
👉 Official Transcript erguuf:
~ Lammiilee Itoophiyaa: 750 Birrii
~ Lammiilee biyya alaa: 50 Doolaara
📌 Dambii Fooyya’e Lakkoofsa 593/2018 keessatti qabiyyeen tajaajiloota fi kaffaltiiwwan armaan olitti ibsaman tarreeffamaniiru.
📅 Fulbaana 18, 2019 E.C.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf
@Abdii_Sabaa_University hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
🌐 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 🌐
🌐
www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐
🌐
https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐