🎉 Miirota Ayyaana Boodaa… 🎉
🌟 😔 Wayita ayyaanni darbu
Wantoota ayyaanaan walqabatan duuba deebinee yaaduun ykn haasa’uun waan beekamaadha 🧠💭
Miirri keessaa turan kan dafee nama keessaa badu miti
🌟 🎊 Wayita ayyaanota kabajnu
Of bashannansiisna, nigammadna, garuu eega kabaji ayyaanaa sun xumuramee, wantoota raawwanne duuba deebinee maal akka fakkaatu yaaduu eegala 🤔
😓 Sababisaas, sammuun keenya yeroo mara wantoota raawwanne duuba deebinee akka madaaluuf kana taasisa
🌟 ⚖️ Walumaa galatti
Wantoota ta’aniifi wantoota ta’uu osoo qabanii hinta’in hafanillee yaaduun waan hafu miti
🌟 🌱 Faayidaa isaa
Wantoonni kun barbaachisoo yeroo ta’an, amala ofii gara fuulduraatti maal gochuu akka qabnuun wal qabate faayidaa kan qabu ta’uu ibsa
🌟 🤝 Xumura
Eega ayyaanonni yeroo itti gammannu, kabajnu, hariiroo hawaasummaa cimsannu ta’uun beekamaadha
Wantoota irraa barannu barachuun, ayyaanota itti fufanii dhufaniif wantoota sirreeffachuu qabnu sirreeffachaa deemuun barbaachisaadha ✨
👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/Ethio_Psych_Hub