Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


Ethio-Psych Hub - is a platform exploring:
👉The human mind, behavior, and emotion through the lens of psychology.
👉We promote mental health awareness, emotional well-being, and 👉Resilience, while examining cultural and social influences on behavior.

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


🛜Boqonnaa Sammuu Keetiif Dursa Kenni:

1️⃣. Sammuun boqonnaa qabu hojii gurguddaa hojjeta.
2️⃣. Kalaqa gurguddaa dhaloonni bara baraan itti fayyadamee jiraatu kan uumu sammuu boqonnaa qabuu dha.
3️⃣. Yaada gaarii addunyaa borcamaa jirtu kanaaf furmaata hunda biratti fudhatamu kan oomishu, nama xiin-sammuu isaaf iddoo kenne dha.
4️⃣. Iddoo guddaa sammuu keetiif kenni!
5️⃣. Yaada xinnoo ofii keetiif gonkumaa hin qabaatin! Waan xiqqoodhaanis of hin madaalin!
6️⃣. Yaada namoota hundaa hin deeggarin! Yaada sammuu keetii addatti dhaggeeffadhu!
7️⃣. Namni dhugaa dhaga'u, dhugaa dubbachuudhaan addatti hin ilaalamu.

8️⃣. Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!

9️⃣. Wanti hundumtuu harka kee keessa jira. Jireenya sitti kenname itti fayyadami! Hundumtuu bakka jirutti gammadee jiraata.

🔟. Sammuu kee irratti dhiibbaa uumuu dhaan haala kamiyyuu moo'attee jiraachuu akka dandeessu siif mirkaneessa.
⤵️⤵️⤵️


https://t.me/Ethio_Psych_Hub


𝗜𝗻𝗷𝗶𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗳𝘂𝗱𝗵𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗹𝗼𝗹𝘂𝘂𝗳𝗶 𝗹𝗼𝗹𝗮𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗱𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮𝗮? ⚔️

✅Moo’icha ykn injifannoo dhugaa yoo barbaadde, dirqama lola yookiin dorgommii jireenyaa hunda keessa darbuu qabda. Sababni isaas moo’ichi kamiyyuu kan dhufu erga lola jabaa ykn dorgommii cimaatti dhiyaattee boodadha. 𝗡𝗮𝗺𝗻𝗶 𝘀𝗶𝗿𝗲𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗰𝗶𝗶𝘀𝗲𝗲 𝗱𝗼𝗿𝗴𝗼𝗺𝗺𝗶𝗶 𝗺𝗼’𝗲𝗲 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳𝗮𝗺𝗲𝗲 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂.

✅Osoo hindaldaliin daldalaan, osoo hinbaratiin barataan, osoo hinfiigin atileetiin, osoo hinqotiin qotee bulaan, osoo hinhojjetiin hojjetaan dorgomtee mo’ichi argamu hin jiru. Namni kophaa dorgomu moo’icha hin qabu. Osoo hindorgomiin namni 1ffaa bahee jedhamee badhaafamee beekus hin jiru.

⭕️Akka tasaa dorgommii keessa lixuu yookiin hirmaachuu dandeessa, garuu akka tasaa dorgommii injifachuu ykn moo’achuu hin dandeessu. Jireenyi dorgommii dha.
𝗬𝗼𝘂 𝗰𝗮𝗻 𝗲𝗻𝘁𝗲𝗿 𝗮 𝗰𝗼𝗺𝗽𝗲𝘁𝗶𝘁𝗶𝗼𝗻 𝗯𝘆 𝗰𝗵𝗮𝗻𝗰𝗲, 𝗯𝘂𝘁 𝘆𝗼𝘂 𝗰𝗮𝗻𝗻𝗼𝘁 𝘄𝗶𝗻 𝗶𝘁 𝗯𝘆 𝗰𝗵𝗮𝗻𝗰𝗲!

✍🏽Hubadhu! Yeroof garuu karaa qaxxaamuraa (shortcut) kan dorgommii jireenyaa mo’an fakkeessanii kan ka'an akka jiraanis beeki. Warri akkasii garuu, akkuma habaaboo ganna keessatti daraaree yeroo bonni dhufu harca’uuti; milkaa'inni isaanii yeroo gabaabaaf qofaadha. Baay'ina dorgommii fi qabsoo irratti hirmaatteen carraan moo’ichaakees dabalaa adeema.

🤷‍♀️Mee fakkeenya tokko haa ilaallu: Atileetii tokko fiigicha gosa garagaraa sadii irratti hirmaatuufi inni biroo immoo dorgommii gosa tokko qofa irratti hirmaatu haa ilaallu. Inni gosa sadii irratti dorgomu yoo moo’ate warqii sadii gonfachuu danda'a. Dadhabbiifi shaakkallii inni gaggeessuus harka sadiin isa gosa tokkoon hirmaatu nicaala. Kanaafuu, dorgommii jireenyaa keessatti qorumsi hammam gurguddatees, carraan ati injifannoo guddaa argattu isa caalaatti si cimsa. Ta’us garuu karaa hundumaa milkaa’uuf jettee waan hunduma hojjechuu akka hin dandeenye beeki; 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶𝗶𝗳𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗱𝗮𝗮𝗻𝗴𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮, 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮𝘀 𝗮𝗸𝗸𝗮𝘀𝘂𝗺𝗮. Waan gochuu dandeessu beeki.

𝗪𝗮𝗮𝗾𝗮𝘆𝘆𝗼 𝗵𝘂𝗺𝗻𝗮𝗮𝗳𝗶 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲 𝘀𝗶𝗶𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝘁𝗮’𝘂. Jabaadhu, haala ilaaltee abdii hinkutiin. 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗶 𝗺𝗮𝗱𝗮𝗮𝗳𝗶 𝗴𝗼𝗱𝗮𝗮𝗻𝗻𝗶𝘀𝗮 𝗵𝗲𝗱𝗱𝘂𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗶. Ta’us garuu nidarba, boru guyyaa biraadha!

Dr. Jineenuus

Join Us 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Ethio_Psych_Hub


QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA

✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA  CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA.

👇👇👇👇👇👇


International NGO kanneen armaan gadii beeksisa qaxarriif baasan waan maxxansinuuf telegram keenya yeroo yerootti hordofaa🙏
Action Against Hunger (ACF)
ActionAid
ADRA – Adventist Development and Relief Agency
Alight
Amref Health Africa
CARE Ethiopia
Catholic Relief Services (CRS)
ChildFund
Christian Aid
Concern Worldwide
COOPI – Cooperazione Internazionale
Danish Refugee Council (DRC)
FHI 360
GOAL
Heifer International
HELVETAS
International Medical Corps (IMC)
International Rescue Committee (IRC)
Islamic Relief Worldwide
Jhpiego
Light for the World
Mercy Corps
Médecins Sans Frontières (MSF)
Norwegian Refugee Council (NRC)
Norwegian Church Aid (NCA)
Oxfam
Pact
Plan International
Population Services International (PSI)
Save the Children
Samaritan's Purse
Self Help Africa
SNV Netherlands Development Organisation
SOS Children's Villages
TechnoServe
WaterAid
Welthungerhilfe (WHH)
World Vision Ethiopia
ZOA
CESVI
CISP
CEFA
LVIA
CUAMM
CBM
AIDOS
CIAI
CIFA
WeWorld
INTERSOS
People in Need (PIN)
Solidarités International
VSF Germany
VSF Switzerland
Malteser International
CARE International
World Relief
Food for the Hungry
PATH
Management Sciences for Health (MSH)
Clinton Health Access Initiative (CHAI)
GAIN – Global Alliance for Improved Nutrition
International Food Policy Research Institute (IFPRI)
International Fertilizer Development Center (IFDC)
ACDI/VOCA
Land O'Lakes Venture37
Farm Africa
British Council
WaterAid
CAFOD
👇👇


https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy


✅✅Bakka adda addaa deemtee beeksisa hojii dubbisuun si dadhabsiiseeraa? Kunoo nuti beeksisa hojii bakka adda addaati bahu hundumaa walitti qabnee bakka ati jirtutti siif dhiyeessineera👇

Kan qofaa miti:

ABJUUN HOJII KEE KARAA KEENYA NI DHUGOOMA!" 🎯

✅ Beeksisa Hojii Guyyaa Guyyaan ba’u (Latest Vacancy Announcements)

✅ Fresh Graduate Programs

✅ Hojii NGO fi Dhaabbilee Dhuunfaa (NGO & Government Jobs)

✅ Qophii qormaataafi gaaffii fi deebii (Career Tips & Interview Prep)

✅ CV Sadarkaa isaa eeggatee fi kanneen birootiin isin deggeruuf qophiidha


Kan sirraa eegamu chaanaalii keenya join gochuu qofa 👇👇👇

Stop searching blindly and start applying effectively! 🎯

👇 Join the leading job portal on Telegram: 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy


ማስታወቂያ

አዲስ ፓስፖርት ለማውጣት ወይስ ለማደስ ይፈልጋሉ?

✅ አስደሳች ዜና

አዲሱን ኢ-ፓስፖርት ከዛሬ ጀምሮ ከታች በተዘረዘሩት የኢትዮጵያ ኤምባሲዎች ለማግኘት ማመልከት ይችላሉ ! የምንሰጥባቸው ቦታዎች፦

1.ሮም ጣልያን✅
2.አቡጃ ናይጄሪያ✅
3.ኩዌት ሲቲይ✅
4.ናይሮቢ ኬንያ ✅
5.ጂቡቲ ✅
6.ኒው ዴይሊ ✅
7.ፓሪስ ✅
8.ለንደን ✅
9.ቤሩት ✅
10.አቡዳቢ የተባበሩት አረብ ኤምሬትስ
✅
የምትገኙ ኢትዮጵያውያን በሙሉ አዲሱን ኢ-ፓስፖርት ለማግኘት ማመልከት ይችላሉ ።

በቅርቡ የምንሰጠውን አዲሱን ኢ-ፓስፖርት ለማግኘት ከፈለጉ ከታች ያለውን የመመዝገቢያ ሊንክ or User name ( @Daveyefira ) በመጠቀም በማመልከት ኢ-ፓስፖርት ማግኘት እንደሚችሉ ስንገልጽ በታላቅ የአገልጋይነት አክብሮት ነው ።
📣

✅ባሉበት ሆነው እንመዘግብዎታለን
✅ለአሻራ ለመስጠት ብቻ በአካል ይገኛሉ

የሚፈልጉትን አገልግሎት ይምረጡ!!

ለተጨማሪ መረጃ

የቴሌግራም አድራሻዎች፦
@Daveyefira

Telegram Group :https://t.me/paaspoortii_online

Telegram Channel: https://t.me/ETH_Online_Passport


Forward from: Sagalee Gammachuu- Sound of Joy
🗣 Ati isa kam?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
1. Qodaa jalqabaatti dinnicha.
2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu.
3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee .
Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise:
➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e.
➡️2. Hanqaaquun: Dadhabaa fi salphaatti kan caccabu yoo ta'u, bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu garuu keessi isaa jabaate.
➡️3. [Garuu bunni adda ture]: Bishaan bulluqaa sana (rakkina) jijjiire! Bishaan sun akka mi’aawaa fi urgaawu taasise.

✉️ Ergaan isaa kana:
✅Jireenyi yeroo hunda "bishaan bulluqaa" (qormaata, rakkoo, oduu, gantummaa) siif dhiheessa. Gaaffiin inni guddaan "Ati eenyu?"
• Akkuma dinnichaa rakkina keessatti abdii kutattee harka kennitaa?
• Akkuma hanqaaquu sababa rakkootiin onnee kee jabeessitee, kan yaaddoftu...
• Moo akkuma bunaa naannoo kee jijjiirta? Rakkoo kana fayyadamtee


Mee ija kee lachuu dunuunfadhuu(gudunfadhuu) kaleessa kee ilaali. Maaltu sitti dhagahame? Ammas mee ija kee lachuu dunuunfadhuu borii kee ilaali.Amma hoo maaltu sitti dhagahame?

Kaleessa kee ilaali kan siin jedheef, akka ati boodatti deebitee kaleessa keessa jiraattuuf miti.Madaa kaleessaa sitti kaasuuf miti.Borii kee ilaali kan siin jedheefis akka ati har'aa kee dagattee boriif dhiphachaa jiraattuuf miti.

Kaleessaaf hin yaadda'in; kaleessi darbee jira! Boriif hin dhiphatin; bori hin dhalannee!"Kaleessaaf gaabbuu fi boriif dhiphachuun guyyaa har'aa of jalaa balleessuudha" akkuma jedhamu, kaleessatti gaabbitee, boriif dhiphattee guyyaa har'aa of jalaa hin balleessin.Ammas mee isa dhumaa ija kee lachuu walirra buusii har'a kee ilaali.

Eessa jirta? Maal qabda? Maal hojjachuu dandeessa?

Ammi hiree jireenya keetii akka murteeffatuuf yeroo siif kennameedha.Yoo beektee itti fayyadamte icciitiin milka'innaa guddaan amma keessa jira.Kana jechuun, wanti ati ta'uuf gara fuulduraatti hawwitu amma keessatti dhuunfatamee jira. Guddachuunis, xiqqaachuunis, duroomuunis, hiyyoomuunis, ulfaachuunis,salpbachuunis....Kanaafuu, kaleessa keessa hin jiraatin. Irraa baradhu malee. Boruuf amma boqonnaa haaraa jalqabi milkaa'uu ni dandeessaa.

Walumaa galatti Har`i yeroo hiree fuuldura keenyaa itti bocannee boca qabsiifannuudha!

https://t.me/Ethio_Psych_Hub


Forward from: Beeksisa Hojii - Vacancy
Addis Ababa City Corridor Project

Namoota:60 barbaada
Qaxarrii Koontiraata
Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti.
Galmeen hanga 29/9/2018 tti


Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy


✅Darbii Dabarsi! 🌟

➡️Nama rakkina ulfaataa dabarse caalaa namni ofiin boonaa fi gammadaan hin jiru! 🏆

Seenaan wal'aansoo jireenya isaatii ijoollee isaatiif kitaabilee "Ni dandeessa" jedhan caalaa humna qabu, waan isaanirraa barbaadu ofii isaatiif waan jiraateef dubbachuu hin saalfatun, maatiin isaa fi firoonni isaa kabaja guddaa isaaf qabu! 💪❤️

➡️Wal'aansoo dabarsuu qofa miti, wal'aansoo sana dabartee dabarsuun waan ajaa'ibaati. Namni hundi seenaa rakkisaa qaba, kan injifatu garuu baay'ee muraasa! 🚀
👇👇👇

#Join Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
👇👇
https://t.me/Ethio_Psych_Hub


🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴

Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻

Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓


Seenaa dhugaadha!

Garuu baayee na gaddisiise! Sorry!


Seenaa waan ilmi namaa keessa darbuuf malu keessa darbuuf dhalatee guddatee, nama jabaa ta'ee yeroo of gahee gaa'ilaaf gahutti. Akkatuma dhiirri tokko gaa'ilaaf dubara tokko fuudhaaf gaafatutti ni gaafate. Isheenis gaaffii isaarra dhaabbachuun yeroo keenniteefii boodarra yaada isaatti waliigaluun tole jettee hiriyummaa gara gaa'ilatti ofuu waliin jalqabani.

Namni kun nama amala qabeessa, bilchaataa fii nama uumaa isaa sodaatu akka ta'e maddi odeeffannoon ni ibsa.

Ji'oota muraasa erga wal baranii hariiroo hiriyummaan turanii booda gara gaa'ilaatti akka seenaniif murteessaniyyuu yeroo sanaaf haalli mijatoo waan hin taaneef yeroo dabalataa akka waliif kennaan murteessani. Baay'ee waljaalatu, keessumaa isheen baay'ee lubbuu dhabdiifii jedhu namoonni itti siqan.

Yeroon isaan itti hariiroo jaalalaa jalqaban kun inni hojii mootummaa miindeffamee hojjechaa kan jiru yemmuu ta'u, isheen immoo Yuuniversiitii barachaati jirti.
Waliigalteen isaanii barnoota akka xumurteen bultoo akka ijaarratan waliigalan. Hariiroon isheen isaaf qabdu baay'ee addaa fii akka baayee isaa jaallatu cimsite isa hubachiifti turte kanuma sana sababeeffachuun, Guyyaa tokko garuu guyyaan murtoon isaanii hawwiin eegaa turan akka ifa bariitti eegaa jiran dukkana limixii uffate. Akkas ta'e. galgala wayii yaada akkas jedhu maddisiise inni dhiira: baay'een ishee jaalladhaani ani.

Isheenoo akkuma Afaan ishee kanamoo ni sobdi laata? Garaa qulqulluu akkumaan ishee jaalladhu iddoo naaf kennitii laata? Imala jireenyaa koo keessatti tarii yoon beela'e nawaliin beeloftii moo na dhiiftee deemti? Waan jedhu yaada isaa guute.

Hubadha! Namooti baay'ee akka isheen baay'ee jaalattuufii abbaa manaa isheellee godhachuuf nama baay'ee iddoo keenituufidha jedhu hiriyoonni ishee.

Gurbaan akkas godhe, akka isheen isa biraa deemtee yuuniversiitii waggaa 2ffaa barachuuf mooraa seenteen booda, lakkoofsa haaraa, bilbila telegiraamii banuun nama biraa fakkaatee ishee waliin walquunname dubbisuu jalqaba. nagaa keetii Ana X jedhama, sin beeka, yeroo ati ijoollee turtetti maatii keetti maanguddoo ergadhee sin fuudha jennaan, lakki matiin kee ijoolleedha intali keenya jedhanii na didani. Ati amma na dagatetta. Ani garuu sin yaadadha. Amma Ani sababa barnootaan Gara Biyya Awustiraaaliyaa deemeen achi jiraachaa jira. Waggaa 5 fixeera. Akka carraa guyyaa sadii booda Itoophiyaa, finfinnee nan dhufa. Isheen immoo akkasiin deebii kennitiif: dhugaamoo? Akkamiinan si wallaaleree? Baayee namatti tola. Gurbaan deebii akkas jedhu laateef ati nan beektu yeros baay'ee. Ishee: mee suuraa kee naaf ergi jettiin, tole jedhee nama bifa gaarii qabu facebook irraa buusee itti erge. Isheenis: woow! baayee miidhagda jettiin. Gurbaa: kan kee naaf ergimee amma wallaalchifattee mitii? Jedheen . isheenis suuraa ergiteefii. Innis woow! Baayee miidhagdes ni guddattes jedhaan.

Kana booda gurbaan akkas jedheen maarree nan dhufa waan ta'eef maaliif si fudhee hin deemu? Awustiraaaliyaa jedheen? Hiriyaa godhatteemoo akkami jedhee deebiseef? Ishee: Lakki hin qabu mucaa tokko baay'ee na rakkisaa jira. bada keessiikoo itti hin jiru, barnootarran jiras jettiin. Dhugaadha? jedhee deebisaaf, Isheenis eeyyee dhugaadha jettiin.

Hubadhaa kan isheetti haasaaa jiru hiriyaa isheen waada waliif galtee jirtudha! Garuu akka nama biyyaa Awustiraaaliyaa jirutti itti haasaa'a jira.

Kutaa itti aanuuf
👇🏿👇🏿👇🏿
Kutaa 2ffaa


⚠️"Yoo miira kee too'achuu baatte warra miira isaanii too'atetu akka kubbaatti siin taphata." ✅
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Callisi - aarii ho'aa keessatti!
2. Callisi - yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e!
3. Callisi - yoo seenaa sana hin mirkaneessine.
4. Callisi - yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise.
5. Callisi - yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e.
6. Callisi - yeroo wantoota qulqulluu ifa godhachuuf qoramtu.
7. Callisi - yommuu waa'ee cubbuu akka qoostuuf qoramtu.
8. Callisi - yommuu jecha keetti qaanoftu!
9. Callisi - yommuu jechi kee yaada dogoggoraa dabarsu.
10. Callisi - yoo dhimmichi dhimma kee hin taane.
11. Callisi - yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu.
12. Callisi - yoo jechi kee maqaa nama biraa miidhu.
13. Callisi - yoo dubbiin kee hiriyummaa tokko miidhu.
14. Callisi - yeroo qeeqni sitti dhaga'amu.
15. Callisi - yoo jechi kee calaqqisiisa gadhee hiriyootaa fi maatii keetii ta'e.
16. Callisi - yoo booda jecha keetti gaabbita ta'e.



https://t.me/Ethio_Psych_Hub


Free internet 🔥🔥

Guyyaa murasaaf adda cite kan ture free internet debiyee hojechuu jalqabeera Qarshii utuu hin basiin bakka Free internet jedhuu tuqun Eegalchisaa 👇👇👇


🌍Qarshiin ani qabu naga’aa laata jechuun soda nama maraati.

Qorannoon akka mullisutti sooressis ta’e iyyeessi waa’ee qarshii isaanii nicinqamu🤦.

Qarshiin isaan qaban baroota fuuldura isaaniitti hafaniif kan isaan ga’u ta’uu beekuunis gaaffii isaan irraa deddeebiinii of gaafataniidha.🧏

🌍Sodaan kun ammoo hawwaasummaafi diinagdeen kan daangeffame osoo hintaane addunyaa kana irratti bakka marattuu rakkoo laga ce’ee mul'atuudha.

Siruma, namootni nuti qarshii ga’aa qabu jennee yaannu illee, qabeenyi koo akkasumatti itti fufaa  laata? yeroo jedhan kanneen qarshii ga’aa hin qabne immoo qarshii ani qabu tarii naga’uu dhiisuu danda’innaa jedhanii yaadda’u🙆

🤝Walumaa galatti sodaaleen akkanaa kun fedhii dhalli namaa fuldura isaa harka keessa galfatee jireenya tasgabbaa’aa jiraachuuf qabu mullisa jedha qorannoon.

✊Kanaaf, waa’ee gara fuulduraa yaaduun barbaachisaa ta’ullee harka keessa galfachuuf cinqamuun rakkoo fayyaaf kan nusaaxilu waan ta’eef of eegachuu akka qabnu qorannoon ni mullisa.

Join Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
Where the science of mind meets Ethiopian life.


Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61582970284970

https://t.me/Ethio_Psych_Hub


Namoonni mana keessan teessanii beeksisoota hojii adda addaa gita kam irratti iyyuu bahu hordofuu barbaaddaan Chaanaaliin armaan gadii kun Afaan Oromoon waan maxxansuuf utuu itti fayyadamtanii gaariidha!

Na amanaa hedduu irraa fayyadamtuu!

Dabalataan illee ijoollee online galmeessuu danda'aaniif isin deggeran of keessaa qabu!

Join godhaa!

👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy


✅Of dhaga’ee deemumoo nama ilaalee deemu ⁉️

❇️ Akka qorannoon jedhutti, namoonni hedduun nama ilaalanii deemu. Kun uumamuma dhala namaati. Keessumaa haala wallaalchisaa ta’e keessatti, namoonni of ilaalanii murteessuu irra, nama ilaalanii murteessuu filatu. Kunis, daandii namoonni hedduun filatan sirriidha jedhanii waan yaadaniif.

👗Faashina hordofuu irraa eegalee hanga miidiyaalee hawaasaa hordofuutti, wantoota namoonni hedduun filatan filachuun nagaa namaaf kenna. Sababisaas, dandiin namootini hedduun irra adeeman balaa dhabeessa nutti fakkaata.

💟 Walumaa galatti, murteewwan akkanaa yeroo tokko tokko rakkoo keessa nu buusuullee ni malu. Haa ta’u iyyuu malee, yeroo hunda namoota hordofuu qofa osoo hin taane, waan goonu tokko maaliif akka goonu ilaaluun haala qabatamaa ofii keenya ilaaluun baayyee barbaachisa. Namumti harka rukkuteef harka rukkutuun dura, maaliif akka rukkutuu qabnuuf rukkutuu hin qabne itti yaaduun gaariidha!

#Join Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
👇👇
https://t.me/Ethio_Psych_Hub


Ofiin of Miidhuu

✅Yeroo baayyee, yeroo ati “Ani fiixaan ba’uun qaba” jettee tattaafattu, sammuun kee garuu akkana jedhee si sodaachisa “Ni kuftee! Shakki! Maal taate? Baddeetta!”

✅Sababni isaa maali? Sammuun namaa dura lubbuun jiraachuu akka eegu ta’ee kan kalaqame dha. Kanaafuu fiixaan ba’umsi fi guddinni ofii lubbuun jiraachuu booda kan dhufaniidha.

Kun hundi daandii sammuun kee itti daangaa baratame keessatti si’eegu qofa malee “ati dadhabaadha” jechuu miti. Yeroo baayyee wanti ati keessa jirtu si hin fayyadne iyyuu, sammuu kee “achuma turi!” jedhee si jajjabeessa.

👌Kanaaf “Ani hin danda’u” jechuun achi turuu filatta. Akkasumas kufaatii darbe fi ceephoo namootaa siyaadachiisuun sammuu kee “kanuma natti deebi’a” jedhee akka yaadu taasisa. Kun ammoo
namoonni akka si hin miidhin fagootti ofirraa deebistu taasisa.

✅Kufaatii sodaattee guddina kees daangessuu yaalta. 👉 Kun ofiin of miidhuu dha.

Furmaatni isaa hoo? 👉 Kunoo dubbisaa 🙏
#Join_Ethio_Psych_Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
https://t.me/Ethio_Psych_Hub


🔹 Yeroo hedduu wantoota numiidhan akka nu miidhan osoo beeknuu illee irra deddeebi’uun ni raawwanna.
🔹 Kun kan ta’u miidhamuu waan jaallatnuuf osoo hin taane, sammuun keenya akka akkas goonu nu kakaasa.
🔹 Sammuun dhala namaa mucummaa irraa jalqabee haala walfakkaatuun wantoota hojjechuu ni barata.
🔹 Kanaaf, wanti isa miidhullee yoo ta’e, waan duraan beeku filata;
👉 kan hin beekne immoo hanga to’achuu danda’u barutti ni sodaata.
✨ Amala kana irraa of hiikuuf:
✅ Amala kana xiyyeeffannaan ilaaluun hubachuu
✅ “Maaliifan akkas godha?” jechuun of gaafachuu🤔
✅ “Dhiisuun qaba” jechuun murteeffachuun sochii jalqabuu🚶‍♂️
✅ Amala numiidhu, amala nu hin miineen bakka buusuun shaakaluu
🌱 Kunis sammuu keenyaaf carraa filannoo haaraa uuma;
💪 akka wantoota fooyya’an filachuufis faayidaa guddaa qaba.
📌 Hubadhu: Jijjiiramni sammuu keessatti jalqaba — tarkaanfiin xixiqqoon immoo bu’aa guddaa fida.

#Join Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
Where the science of mind meets Ethiopian life.

Contact us
https://t.me/Ethio_Psych_Hub


🎉 Miirota Ayyaana Boodaa… 🎉

🌟 😔 Wayita ayyaanni darbu

Wantoota ayyaanaan walqabatan duuba deebinee yaaduun ykn haasa’uun waan beekamaadha 🧠💭

Miirri keessaa turan kan dafee nama keessaa badu miti

🌟 🎊 Wayita ayyaanota kabajnu

Of bashannansiisna, nigammadna, garuu eega kabaji ayyaanaa sun xumuramee, wantoota raawwanne duuba deebinee maal akka fakkaatu yaaduu eegala 🤔

😓 Sababisaas, sammuun keenya yeroo mara wantoota raawwanne duuba deebinee akka madaaluuf kana taasisa

🌟 ⚖️ Walumaa galatti

Wantoota ta’aniifi wantoota ta’uu osoo qabanii hinta’in hafanillee yaaduun waan hafu miti

🌟 🌱 Faayidaa isaa

Wantoonni kun barbaachisoo yeroo ta’an, amala ofii gara fuulduraatti maal gochuu akka qabnuun wal qabate faayidaa kan qabu ta’uu ibsa

🌟 🤝 Xumura

Eega ayyaanonni yeroo itti gammannu, kabajnu, hariiroo hawaasummaa cimsannu ta’uun beekamaadha

Wantoota irraa barannu barachuun, ayyaanota itti fufanii dhufaniif wantoota sirreeffachuu qabnu sirreeffachaa deemuun barbaachisaadha ✨
👇🏿👇🏿👇🏿

https://t.me/Ethio_Psych_Hub

20 last posts shown.