TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)

14 Jan, 15:54

Open in Telegram Share Report

🔹 Yeroo hedduu wantoota numiidhan akka nu miidhan osoo beeknuu illee irra deddeebi’uun ni raawwanna.
🔹 Kun kan ta’u miidhamuu waan jaallatnuuf osoo hin taane, sammuun keenya akka akkas goonu nu kakaasa.
🔹 Sammuun dhala namaa mucummaa irraa jalqabee haala walfakkaatuun wantoota hojjechuu ni barata.
🔹 Kanaaf, wanti isa miidhullee yoo ta’e, waan duraan beeku filata;
👉 kan hin beekne immoo hanga to’achuu danda’u barutti ni sodaata.
✨ Amala kana irraa of hiikuuf:
✅ Amala kana xiyyeeffannaan ilaaluun hubachuu
✅ “Maaliifan akkas godha?” jechuun of gaafachuu🤔
✅ “Dhiisuun qaba” jechuun murteeffachuun sochii jalqabuu🚶‍♂️
✅ Amala numiidhu, amala nu hin miineen bakka buusuun shaakaluu
🌱 Kunis sammuu keenyaaf carraa filannoo haaraa uuma;
💪 akka wantoota fooyya’an filachuufis faayidaa guddaa qaba.
📌 Hubadhu: Jijjiiramni sammuu keessatti jalqaba — tarkaanfiin xixiqqoon immoo bu’aa guddaa fida.

#Join Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
Where the science of mind meets Ethiopian life.

Contact us
https://t.me/Ethio_Psych_Hub

937 0 2 19
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot