TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)

5 Jun, 16:36

Open in Telegram Share Report

Mee ija kee lachuu dunuunfadhuu(gudunfadhuu) kaleessa kee ilaali. Maaltu sitti dhagahame? Ammas mee ija kee lachuu dunuunfadhuu borii kee ilaali.Amma hoo maaltu sitti dhagahame?

Kaleessa kee ilaali kan siin jedheef, akka ati boodatti deebitee kaleessa keessa jiraattuuf miti.Madaa kaleessaa sitti kaasuuf miti.Borii kee ilaali kan siin jedheefis akka ati har'aa kee dagattee boriif dhiphachaa jiraattuuf miti.

Kaleessaaf hin yaadda'in; kaleessi darbee jira! Boriif hin dhiphatin; bori hin dhalannee!"Kaleessaaf gaabbuu fi boriif dhiphachuun guyyaa har'aa of jalaa balleessuudha" akkuma jedhamu, kaleessatti gaabbitee, boriif dhiphattee guyyaa har'aa of jalaa hin balleessin.Ammas mee isa dhumaa ija kee lachuu walirra buusii har'a kee ilaali.

Eessa jirta? Maal qabda? Maal hojjachuu dandeessa?

Ammi hiree jireenya keetii akka murteeffatuuf yeroo siif kennameedha.Yoo beektee itti fayyadamte icciitiin milka'innaa guddaan amma keessa jira.Kana jechuun, wanti ati ta'uuf gara fuulduraatti hawwitu amma keessatti dhuunfatamee jira. Guddachuunis, xiqqaachuunis, duroomuunis, hiyyoomuunis, ulfaachuunis,salpbachuunis....Kanaafuu, kaleessa keessa hin jiraatin. Irraa baradhu malee. Boruuf amma boqonnaa haaraa jalqabi milkaa'uu ni dandeessaa.

Walumaa galatti Har`i yeroo hiree fuuldura keenyaa itti bocannee boca qabsiifannuudha!

https://t.me/Ethio_Psych_Hub
Ethio-Psych Hub (የኢትዮጵያ ሳይኮሎጂ ማዕከል)
Ethio-Psych Hub - is a platform exploring: 👉The human mind, behavior, and emotion through the lens of psychology. 👉We promote mental health awareness, emotional well-being, and 👉Resilience, while examining cultural and social influences on behavior.

681 0 0 4
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot