Miira!!
"Qulqullinni miira keenyaa qulqullina jireenya keenyaati" jedha Tooni Roobins
🔵 Miirri dhuguma siif maal jechuudha?
Maaliif sodaatta? Waan gochuu barbaadde akka hin hojjenne maaltu si dhorkaa jira? Gaheen miira keenyaa daandii jireenyaa keessatti waan xiqqaa miti, gaarummaa fi hammeenya irratti hundaa'un. Jireenyi addunyaa kana irratti siif kenname hundi kennaa kee isa gatii guddaa qabudha: Yeroo kee tokkoon tokkoon isaa haala barbaaddeen akka fayyadamtu siif hayyamama, waan hojjettu beekuunimmoo gahee kee ti.
✍️ Kennaa yeroo gatii guddaa qabu kana haala barbaannetti fayyadamuu akka dandeenyuuf miira keenya ilaaluu fi hubachuun barbaachisaa dha. Leenjii adda ta’e sa’aatii 40f fudhannu keessatti, waa’ee maalummaa miiraa fi akkaataa miira keenyaa tooftaa miira leenjisuun, kan namoonni baay’een furmaata argataniif, gadi fageenyaa fi ogummaadhaan baranna!
@Gaaela_Gaarii ✅