๐ Qoricha hadhaawaa dafnee liqimsinee karameellaa mi'aawaa yeroo dheeraaf afaan keenya keessa tursiisna. Jireenya keessatti garuu yeroo gaarii dafnee dagannee yaadannoo hadhaa'aa bara baraan garaa keenya keessa taa'a.
Jireenya keessatti
๐ต Yaadi!
๐ตDhiifama godhi!
๐ต itti fufi.
@Gaggeessummaa โ
Jireenya keessatti
๐ต Yaadi!
๐ตDhiifama godhi!
๐ต itti fufi.
@Gaggeessummaa โ