π£οΈ π°πππππ’ππ ππ'ππ πππππππ ππππππ’ππ πππ’π’ππππππ ππππππππππ!!
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈ LammiinΒ biyya Germany Albert Einstein formuloota hedduu qopheessee Addunyaa barnootaaf gumaachuun abbaa fiiziksii ( fatherΒ of Physics) jedhamee waamama. Foormulaa Saffisa Ifaa ( Speed of light E= mc2) kan jedhu inni bara sana dhimma Saffisa ifaatiif kalaqe har'a kooriyaan ,Β Ameerikaa miilla tokkoon ittiin dhaabaa jirtu kalaqa isaa jarraa sanaati. Yeroo ammaa kanas Formuloota isaa keessaa tokko inni kalaqee du'e har'a Ameerikaan fayyadamuuf jecha hayyoota hedduu itti bobbaastee argannoo isaa kana bira ga'uudhaaf, namtichi kun yeroo foormulaa kana argate yookiin kalaqe tarii sagalee dhageesiseera yoo ta'e argachuu dandeenya jechuun meeshaa sagalee namaa qilleensa keessa barbaadu hojjechuun sagalee nama du'aa barbaacha isaa irra jiru jedhama. Namni kun Addunyaa kanaaf argannoowwan adda addaa gumaachuu irra darbee , har'a illee biyya namni fayyaan keessa jiraatutti du'aan isaa faayidaa guddaaΒ akka kennuuf kalaqaa fi baasii guddaan itti baafamee barbaadamaa jiru kun akka qorannoon mul'isutti Sammuu isaa kanatti harka dhibba keessaa harka Shan ( 5%) akka hin fayyadamnetu himama.
βοΈ Dhaamsa
Jireenyi ati har'a jiraattu bor du'uuf utuu hin taane du'i ati bor duutu jireenya kee boriitiif haa ta'u! Gochootni kee hammeenya hedduun dubbatamuu irra gochi kee gaariin tokkittiin dhalootaa dhalootatti darbee akka jiraatuuf waan dhalootni ittiin si waamu gabatee siidaa seenaa bu'uureffadhuutii isa irratti katabadhu. Siidaan seenaa hin jigu jigee hin barbadaa'u; abbaan yoo du'e ilmaantu dhufee kunuunsee isa itti aanutti dabarsa malee. Kanaaf atis ammaa eegalii waan tokko bu'uressuun har'a qofaaf akka hin jiraanne murteessi!
@Gaggeessummaa β