#Qormaanni Bara kanaa #Kaarikuleemii #duraanii (Old Curriculum ) kutaa 9fi10 keessaa gaaffiin qormaataa kan bahu ta'uu, #Kaarikuleemii #Haaraa keessaa ammoo kutaa 11fi 12ffaa irraa qormaanni kan bahu ta'uu, hubatanii barattoonni akka ofqopheessan dhaamsi darbee jira.
#Karaa biraan ammoo #Qormaata_modeelaa (model exam) gahumsa barattootaa madaaluuf qormaanni baatii walakkeessa Amajjitti kan kennamu ta'uun beekameera.
Akka waliigalaatti barattoonni keenya bara 2017tti qabxii gaarii akka galmeessaniif kallattii garaa garaan akka deeggaramaniif Biiroon Barnootaa deeggarsaafi hordoffii walitti fufaa taasisaa jira
✅Odeeffannoo fi barnootaa dabalataa argachuuf chaanaalii keenya #join fi #share godhaa.👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
Barattoota kutaa 12ffaa 👇👇👇
https://youtu.be/GXQkxQMCIzs