Maayinamaaritti guyyaan gadda biyyooleessaa labsame.
Kirkira lafaa Miyaanmaaritti mudateen namoonni gara 2000 olii du'aniiru. Namoonni 3900 kan ta'an miidhaan qaamaa irra gaheera. kanneen 300 ta'an ammoo achi buuteen isaanii dhabamu ibsameera.
Hogganaan waraanaa biyyattii guyyaa har'aa irraa eegalee torbaan tokkoof guyyaa gaddaa jechuun labsaniiru.
Kirkira lafaa cimaa badii olaanaa qaqabsiiseen alatti kirkirri lafaa sa'aatii lamaa sadiin sababii dhagahamuuf ummanni manni jalaa hin miidhamne illeen tasgabbaa'anii mana keessa buluu akka hin dandeenye ibsu.
Jiraattoonni akka himaniitti, goodaa keessaa bulaafi nyaata gahaa malee akka jiran himaniiru.
https://t.me/qubeeacademy