@Ani...💔
.....
Jaalattuukee ishee siif yaaddu🥹
Amanamtuukee yoomuu sin kaadu💔
Obsituukee Kan si dhiistee hn tarre🙏
Sirraa adda ba'uuf Kan biraa hn barre🥀
. @Ati....❤️
.....
Kan filatamte Kan jaalatamte♥️
Keessa kiyyatti bakka Kan dhuunfatte🥹
Beektee amalakoo naaf yaadda dhugaasaa💋
Kan walii baga taane kun guddaa badhaasa😭
@Sona_Official1
.....
Jaalattuukee ishee siif yaaddu🥹
Amanamtuukee yoomuu sin kaadu💔
Obsituukee Kan si dhiistee hn tarre🙏
Sirraa adda ba'uuf Kan biraa hn barre🥀
. @Ati....❤️
.....
Kan filatamte Kan jaalatamte♥️
Keessa kiyyatti bakka Kan dhuunfatte🥹
Beektee amalakoo naaf yaadda dhugaasaa💋
Kan walii baga taane kun guddaa badhaasa😭
@Sona_Official1