Namummaa Jaalladhu! ✅🫂
Beekamtii, qabeenya,
Bifaa fi amala
Kana hunda laaltee
Hin kennin jaalala!🫣
Namummaa jaalladhu
Hin kaa'in ulaagaa
Yoo akkana ta'e
Gaarummaan dagaaga!🫂
Dadhabaa haa ta'u
Yookiinis hiyyeessa
Fira kee yookiinis
Du'a siif kiyyeessaa 🥹
Jibba jibbii dhiisii
Qabaadhu gamnummaa
Haaldureewwan malee
Jaalladhu namummaa✍️
@Sona_Official1
Beekamtii, qabeenya,
Bifaa fi amala
Kana hunda laaltee
Hin kennin jaalala!🫣
Namummaa jaalladhu
Hin kaa'in ulaagaa
Yoo akkana ta'e
Gaarummaan dagaaga!🫂
Dadhabaa haa ta'u
Yookiinis hiyyeessa
Fira kee yookiinis
Du'a siif kiyyeessaa 🥹
Jibba jibbii dhiisii
Qabaadhu gamnummaa
Haaldureewwan malee
Jaalladhu namummaa✍️
@Sona_Official1